Iccitii Gosa Dhiigaa

Prijzen vanaf
21,00

Uitgelicht

VERGELIJK ALLE AANBIEDERS (3)

Beschrijving

Bol Hidda dhala namaa walitti hidhan keessaa, hiddi Sanyii ykn eenyummaan isa tokko kan ta'eefi seenaa waloo dhala namaa keessatti dhiibbaa mataasaa qabaachaa har'a ga'ee jira. Garuu hiddoota dhala namaa walitti hidhan keessaa, inni murteessaafi adda duree ta'e, jechuunis 'Eenyummaan Namummaa' ni argama. Kunis GOSA DHIIGAA; Sanyii, halluu gogaafi dhaala maatii keenyarraa dhaallu kamiinuu ol kan ta'edha. Ogummaa uumamaa ajaa'ibsiisaa kan bulbula baayoloojii fi seelotaa akkasumas pilaazimaarraa dhangi'ame kanatu akka lubbuun jiraannu nu taasisa. Gosni dhiigaa kunneen, hojii isaanii raawwachuu malee; sanyummaa, olaantummaafi gad-aantummaa namummaa kamuu irraa bilisa. Falaasamootaafi aadaa hawaasni ijaarrate; jiraatanis, jiraachuu baatanis, onneen ni dhahatti, dhiigni qaama keenya keessa tamsa'ee naanna'uun jireenya itti fufsiisa.Dhiigni wal nama hincaalchisu. Sanyii, koorniyaafi seenaa jireenyaa irratti hundaa'uun loogii hingodhu. Kaayyoon isaa kan nama hundaa walqixxummaatti, kutannoodhaan sooruufi jireenya itti fufsiisu raawwachuudha. Humni dhiigaa kun walqixxummaa bu'uuraa dhala namaa hunda gidduu jiru kan hubachiisu yoo ta'u, adda addummaa keenya caalaa wal fakkenya keenya nu yaadachiisa. Kitaabni "Iccitii Gosa Dhiigaa: Miira Sanyummaan Gamatti" jedhu, adeemsa barnoota akkaadaamii qofa osoo hintaane, adeemsa itti hiika namummaa gadi fageenyaan keessatti hubannudha. Ofii, gosa dhiiga keessanii beektu?

Vergelijk aanbieders (3)

Shop
Prijs
Verzendkosten
Totale prijs
24,99
21,00
2,99
23,99
Naar shop
2,99 Shipping Costs
33,40
5,06
38,46
Naar shop
5,06 Shipping Costs
33,40
5,06
38,46
Naar shop
5,06 Shipping Costs
Beschrijving (1)

Hidda dhala namaa walitti hidhan keessaa, hiddi Sanyii ykn eenyummaan isa tokko kan ta'eefi seenaa waloo dhala namaa keessatti dhiibbaa mataasaa qabaachaa har'a ga'ee jira. Garuu hiddoota dhala namaa walitti hidhan keessaa, inni murteessaafi adda duree ta'e, jechuunis 'Eenyummaan Namummaa' ni argama. Kunis GOSA DHIIGAA; Sanyii, halluu gogaafi dhaala maatii keenyarraa dhaallu kamiinuu ol kan ta'edha. Ogummaa uumamaa ajaa'ibsiisaa kan bulbula baayoloojii fi seelotaa akkasumas pilaazimaarraa dhangi'ame kanatu akka lubbuun jiraannu nu taasisa. Gosni dhiigaa kunneen, hojii isaanii raawwachuu malee; sanyummaa, olaantummaafi gad-aantummaa namummaa kamuu irraa bilisa. Falaasamootaafi aadaa hawaasni ijaarrate; jiraatanis, jiraachuu baatanis, onneen ni dhahatti, dhiigni qaama keenya keessa tamsa'ee naanna'uun jireenya itti fufsiisa.Dhiigni wal nama hincaalchisu. Sanyii, koorniyaafi seenaa jireenyaa irratti hundaa'uun loogii hingodhu. Kaayyoon isaa kan nama hundaa walqixxummaatti, kutannoodhaan sooruufi jireenya itti fufsiisu raawwachuudha. Humni dhiigaa kun walqixxummaa bu'uuraa dhala namaa hunda gidduu jiru kan hubachiisu yoo ta'u, adda addummaa keenya caalaa wal fakkenya keenya nu yaadachiisa. Kitaabni "Iccitii Gosa Dhiigaa: Miira Sanyummaan Gamatti" jedhu, adeemsa barnoota akkaadaamii qofa osoo hintaane, adeemsa itti hiika namummaa gadi fageenyaan keessatti hubannudha. Ofii, gosa dhiiga keessanii beektu?


Productspecificaties

Merk Oproud
EAN
  • 9781763510708
Maat


Prijshistorie

* Prijshistorie bevat geen data van Amazon, Amazon Marketplace.

Prijzen voor het laatst bijgewerkt op:

Uitgelichte Keuze
21,00
Naar shop